Misooma Sooftwaree fi Weebii
Weebsaayitiiwwan, application weebii fi sooftiweerota ammayyaa, nageenya qaban fi dhaabbata keessaniif mijatan ni hojjenna.
- Weebsaayitii Daldalaa
- Application Weebii
- Sooftiweerii Addaa
- Misooma Sirnaa
Future Technology tajaajila teeknooloojii ammayyaa, amanamaa fi ogummaa qabu kan dhaabbilee fi dhaabbata hojii isaanii guddifachuu fi jijjiirama dijitaalaa keessatti milkaa’ina argachuuf gargaaru ni kenna.
Misooma sooftiweerii irraa kaasee hanga nageenya saayibarii fi deeggarsa ITtti, Future Technology furmaata teeknooloojii hojii irratti bu’aa qabatamaa fidu ni kenna.
Weebsaayitiiwwan, application weebii fi sooftiweerota ammayyaa, nageenya qaban fi dhaabbata keessaniif mijatan ni hojjenna.
Dhaabbileen hojii isaanii teeknooloojii ammayyaa fi adeemsa hojii dijitaalaatiin akka haaromsan ni gargaarra.
Namoota dhuunfaa, garee fi dhaabbilee dandeettii dijitaalaa isaanii guddisuuf leenjii teeknooloojii qabatamaa ni kennina.
Gorsitootni keenya furmaata sirrii filachuu, pirojektii teeknooloojii karoorfachuu fi murtii gaarii akka kennitan isin gargaaru.
Sirnoota, daataa fi hojii dijitaalaa keessan balaa teeknooloojii irraa eeguuf furmaata nageenya saayibarii ni kennina.
Database fi furmaata daataa dhaabbata keessanii odeeffannoo sirnaan kuusuu, bulchuu fi itti fayyadamuuf ni hojjenna.
Sirnoonni keessan walitti hidhamiinsa gaarii fi hojii amanamaa akka qabaatan furmaata network fi infrastructure ni kennina.
Rakkoo furuu, suphaa fi deeggarsa teeknikaatiin sirnoonni keessan sirriitti akka hojjetan ni gargaarra.
Furmaata teeknooloojii dhaabbata keessaniif sirrii ta’e akka filattan isin gargaarra.